Hadhooftuu : Asooma afaan Oromoo
Book Outlet
Nama ta’i! Nama ta’uuf of ta’i! Of ta’uuf immoo dursii of beeki! Kunis abbaa kee, haadhakee, akaakuu kee, warra kee, gosa kee, sanyii kee, qaccee kee, balbala kee, saba kee fi biyya kee bari! Baruuf gaggaafadhu! Iyyaafadhu! Qoqqoradhu!
403.00 kr